Book details

  • Genre:children's fiction
  • Sub-genre:Action & Adventure / General
  • Age Range (years):0 - 12
  • Language:Oromo
  • Series Title:Stories from Luuco Valley: Dreams of Oromia
  • Series Number:1
  • Pages:44
  • Paperback ISBN:9798317837778

Ah Samii Toquudhaaf

Samiin Daangaa Hin Qabdu

By Sabe Kemer

Overview


Seenaan kun baha Afrikaa, biyya Ethiopia, naannoo Oromiyaa, gandoota tulluu fi laga qulqulluun marfame keessatti raawwatame. Ganda Luucco jedhamu keessatti intala xiqqoo, Sabaan, jiraatti. Sabaan abjuu guddaa qabdi. Yeroo hunda tulluuwwan ol ilaalaa, guyyaa tokko harka koo ol qabee "Samiin tuqa!" jettee yaadde.
Read more

Description


Seenaan kun baha Afrikaa biyya Itoopiyaa jedhamtu, naannoo Oromiyaa iddoo seena qabeettii, tulluuwwanii fi uumamaan badhaate, Hararghee Bahaa Gaara Mul'ataa (Dabbaal Mootii Gaaraa) Aanaa Baddanoo keessatti raawwatame. Iddoon kun lafa laggeen calaqqisoo fi bishaan qulqulluun dirree keessa yaa'u, gaarreen tulluun marfame, lubbuu qabeeyyiin guutame kana kessatti gandonni xixxiqoon mukkeen gurguddaa jalaa akka faayaatti mul'atu. Gandeen xixxiqo kana kessa ganda Luucco jedhamu keessa intala xiqqoo maqaan ishee Saba jedhamtu turte. Sabaan intala abjuu guddaa qabduudha. Yeroo hunda tulluuwwan sana ol ilaalaa, guyyaa tokko fiinxee tulluuwwan kana irra dhaabbadhee harka kootiin "samiin tuqa" jettee yaadde. Saban gojjoo bareedduu fi miira ho'aa qabdu keessa jiraati. Goojjoon kun utubaa jabaa fi shimala irraa ijaaramte. Dhoqqee qulqulluu fi qabbanaawaa ta'een dibameera. Gubbaan ishee immoo citaa lallaafaa kan bokkaa fi qorra irraa ishee ittisuun hagoogamee jira.
Read more

About The Author


Sabe Kemer is an Ethiopian children's book author, storyteller, entrepreneur, and mother. Raised in a small village in Ethiopia, her cultural heritage and life experiences strongly shape her storytelling. She is the author of the children's picture book Oh! To Touch the Sky, a beautifully written story that celebrates imagination, friendship, courage, and discovery through lyrical language and vibrant imagery. Inspired by her childhood and Ethiopian roots, Sabe Kemer creates children's books that encourage creativity, confidence, emotional growth, and meaningful connection. Her stories are designed to inspire young readers, families, and educators through themes of hope, resilience, and dreaming big.
Read more